Weight | 176 g |
---|
Books in Oromiffa
Warreen kurnan Jannataan gammachiifaman
4.00 $
Seena namoota (Sahaabota Ergamaa Allaah) kudhan osoo duniyaa irra jiran Jannata akka galan itti himamee gammachiifaman (Ashratul mubasharaa)
Kan qopheesse : Saamii Aashuur Hasan bin Aashuur
Kan hiike : Shaafii Muhammad Abdallaah
Baay’ina fuulaa : 192
Bara itti maxxanfame : Onkololeessa 2007
Maxxansaan : Mana maxxansaa Najaashii