,

Fayyinaa fi Du’aa’iiwwan

2.00 $

Du’aa’iiwwanii fi Zikrii fayyaa fi nagaa keessa namaatiif barbaachisaa ta’an, kan Qur’aanaaf Hadiisa keessaa babayan.
Kan qopheesse : Sa’ad ibn Alii ibn Wahf Al-Qahxaanii
Kan hiike : Muhammad Xiyyoo
Baay’ina fuulaa : 208
Bara itti maxxanfame : Bitootessa 1999
Maxxansaan : Mana Maxxansaa Najaashii