DAANDIIWWAN WORRUMMAA MI’EESSAN 1000

345.00 Br

Qopheessaan: Busaynaa As-Sayyid Al-Iraaqii
Hiikaan: Abuu Yahyaa Amaan

Gaa’elli Haada cimaa dhiirra fi dubartii walitti hidhu ta’uu isaatiin alatti, ilmaan namaa yeroo kamiiyyuu olitti hariiroofi walitti dhiheenya Uumaa isaanii Rabbiin waliin qabaataa turaniifi fuuldurattis kan qabaatuuf jiran, yoomiyyuu caalaa kan ittiin cimsatan daandii hangafaatiifi isa kophaati. Bu’uruma kanaanis Islaamummaan gocha qulqulleeffamaa kanaaf seeraafi sirna isaa wal duraa duubaan lafa kaayee jira. Kaayyoon guddaan seeraafi sirni isaa haalaan wal duraa duubaan lafa kaayamuun isaa akka jiruun gaa’elaa bifa sirna isaa hordofeen itti fufuuf jecha gargaarsa barbaachisaa taasisuufiif.
Kitaabni kun Bultii Gaa’ilaa keessatti Jireenya kana kan mi’eessan wantoota kuma tarreessee jira.Kitaabichi fuula 214 n qindaayee jira.

SKU: S011 Category: