Additional information
Weight | 172 g |
---|
4.00 $
Rabbiin akkuma jireenya uume du’as, akkuma dhukkuba uume fayyaas uumee jira. Rabbiin dhukkuba hundumaaf qoricha uumee jira. Kitaabni qorichoota uumamaan argamana adda addaa kan dhiyotti argachuu dandenyu eera.
Kan qopheesse : Abuu Fidaa’i Muhammad Izzat
Kan hiike : Abdurrahmaan Muhammad Hasan
Baay’ina fuulaa : 140
Bara itti maxxanfame : Fuulbaana 2005
Maxxansaan : Mana maxxansaa Najaashii
Weight | 172 g |
---|