Weight | 333 g |
---|
Books in Oromiffa
Hiikaa Qur’aanaa Kabajamaa warqaa A6ttin kan qopha’ee
6.00 $
Kan hiike : Gaalii Abbbaa boor, Sahaafii Muhammad fi Sa’iid Nagaash
Gulaalaan Sharii’aa : Dr Jeeylaan Kadir
Jildii tokkoon kan qopahaaye yoo ta’u ibsa gaarii wajjiin kan hiikame dha.
Baay’ina fuulaa : 904
Bara itti maxxanfame : Adoolessa 2006
Maxxansaan : Mana Maxxansaa Najaashii