Riyaad As-Saalihiin jildii 2ffaa

5.00 $

Dhaamsaa fi jechoota eragamaa Rabbii Nabi Muhammad (SAW) 1800 oli kan walitti qabate , kan Jilidii lamaan qophaaye.
Kan qopheesse : Imaam Nawawii
Kan hiike : Muhammad Xiyyoo
Baay’ina fuulaa :
Jildii 1ffaa : Fuula 828
Jildii 2ffaa : Fuula 860
Bara itti maxxanfame : Caamsaa 2007
Maxxansaan : Mana Maxxansaa Najaashii