Weight | 126 g |
---|
Books in Oromiffa, Moral & Social Issues
Gaa’ila Islaamaa
2.00 $
Gaa’ila Islaamaa ilaalchisee: waayee fuudhaa fi herumaa, kaayoo fudhinsaa, Qaadhimachuu, ulaagaalee Nikaa, mirgaa fi dirqama warra wal fuudhanii ilaalchisee yaada murteessaa ta’an kan keessatti ibsame
Kan qopheesse : Abdurrahmaan ibn Abdulkhaaliq
Kan hiike : Shaafi Muhammad Abdallaah
Baay’ina fuulaa : 128
Bara itti maxxanfame : Onkololeessa 2007
Maxxansaan : Mana maxxansaa Najaashii