Dadhabina Iimaana

3.00 $

Iimaanni ni dabala, ni hir’atas, ni dadhabas. Kitaabni kun dadhabina Iimaanaa ilaalchisee, mallattoo, sababaa fi furmaat adda addaa irratti xiyyeeffatee kan ibsudha.
Kan qopheesse : Sheek Muhammad Saalih Al-Munajjid
Kan hiike : Salaahaddiin Amaan
Baay’ina fuulaa : 96
Bara itti maxxanfame : Amajjii 2003
Maxxansaan : Mana Maxxansaa Najaashii

Category: