| Weight | 71 g |
|---|

Illeettifi Foozi
105.00 Br
Illeettiifi Foozii
Kitaaba ijollee
Karaa ijoollen barumsa itti argatan keessaa seenaa adda addaa gaggabaaboo barumsa mi,aawaa dabarsan seenessuun isa tokko.Akkuma beekamu gama kanaan ummata keenna keessa hanqina guddaatu mul,ata.Kanuma hubachuun manni maxxansaa keenna kitaaba kana Afaan Oromootiin isiniff dhiyeessee jira.ijoolleen akka itti fayyadaman gochuun maatii iraa bay,eetu eegama.




